Friday 30 April 2021

Marii - Nuuf jecha Fannoo irra Oolmaa Gooftaa Yesuus!

 "Yommuu bakka Qaraaniyoo jedhamu ga'anitti achitti isa fannisan;" (Luqa. 23:33)


"Warra jaalala hin duuneen Gooftaa keenna Yesuus Kiristoos jaalatan maraaf ayyaanni haa ta'uu." (Efe. 6:24) Ameen!

1 comment: