Thursday 23 May 2013

Du’a jalaa baane


Please read in PDF
Abbaan Haqaa haqa hannaan
Ragaan sobaa ijaaramnaan
Abbaan dhiigaa dhiiga unnaan

Dhugaan dharaan awwalame
Kan lubbuu qabu reefka du’an fannifame…
Jira taanaan…
Gaafas aduun guyyaan dhiittee
Lolaan du’a nu fudhatte
Kanaaf !
Ija keenya yaa ol kaasnu
Du’a jalaa baane du’a Kiristoosin lubbuun yaa jiraanu.

No comments:

Post a Comment