Sunday, 4 October 2026

የዋቄፈና ትክክለኛ አቋም!

 Please read in PDF

"እሬቻን አክሮ ወደ ሌላ ቤተ እምነት የሚኼድ የተረገመ ይኹን።" (የዋቄፈና አማኞች አቋም)

ዋቄፈና ራሱን የቻለ እንደ ክርስትናና እስልምና ያለ የእምነት ተቋም ነው፡፡ ከትክክለኛ አማኞቹም አንደበት የሚሰማው ምስክርነትም ከሌላ ቤተ እምነት ጋር የሚያስተሳስራቸው አንዳችም ነገር እንደሌለ በግልጥ የሚናገሩት እውነታ ነው፡፡ ይህን ከቀጣዩ ቪዲዮ ንግግር በሚገባ መስማትና ማድመጥ ይቻላል፡፡ በዚህ ቪዲዮ እንደ ተገለጠው ብቻ ያይደለ፣ የዋቄፈና እውነተኛ አማኞች በጽሑፎቻቸው ያለ ፍርሃት በግልጥ ጠቅሰው ጽፈዋል፤ አብራርተዋል፡፡ ዋቄፈና የዋቃ ፈጣሪ ብቻ ተከታይ ነው፤ እንዲያውም እንደ ክርስትና ያሉ እምነቶች የዋቄፈና ጠላት እንጂ ዘለላ ታህል ወዳጅነት ያላቸው አይደሉም!


እውነታው እንዲህ ሳለ፣ እንደ ኃይለ ሚካኤል ያሉ “የኦርቶዶክስም የዋቄፈናም አገልጋዮች” ግን ለምን በዚህ ልክ እንደሚሸቅጡ ማየት ይደንቃል፤ እንደ ተነገረው ግን ዋቄፋናና ክርስትና ከካቶሊክም፣ ከኦርቶዶክስም፣ ከወንጌላውያኑም ጋር ተዛምዶና ትስስር የለውም፤ በተለይ ደግሞ ከርቱዑና በክርስቶስ ኢየሱስ ከተገለጠው የመጽሐፍ ቅዱሱ እግዚአብሔር ጋር አንዳችም ግንኙነት የለውም! ልክ የዋቄፈናው አማኝ እንደ ተናገሩት እኛም መጽሐፍ የሚለውን እንላለን!

“
ጌታን ኢየሱስ ክርስቶስን የማይወድ ቢኖር የተረገመ ይሁን። ጌታችን ሆይ፥ ና።” (1ቆሮ. 16፥22)

በቅርቡ ብንኖርና ጌታ እግዚአብሔር ቢፈቅድ “ዋቄ-ስትና” በሚል ርዕስ በአማርኛና በኦሮሚኛ እንዲህ ያለውን፣ ክርስትናን እንደ ሮማውያን አላውያን ነገሥታት ዘመን፣ ከሌላ ከማይዛመደው እምነት ጋር ለማዳበል የሚሠራውን ሥራ የሚያጋልጥ መጽሐፍ አሳትማለኹ፤ ክርስትና በክርስቶስ፤ ለክርስቶስ፤ የክርስቶስ ብቻ ነው! አሜን!

Ijannoon Waaqefannaa isa sirri!

"Namni Irrecha kabajee gara amantii biraatti deemu kan abaarame yaa ta'u." (Ijjannoo hordooftoota amantaa Waaqefannaa)

Waaqeffannaan duudhaa amantii adda ta’eedha, akkuma Kiristaanummaa ykn Islaamummaa ofuma isaatiin kan dhaabbate ykn kan of danda’e dha. Hordoftoonni dhugaa Waaqefannaa waldoota amantii biroo wajjin walitti dhufeenyi isaan walqabsiisu gonkumaa akka hin jirre ifatti ragaa ba’u. Dhugaa kana viidiyoo armaan gadii keessatti ifatti ibsameera. Kunis ibsi viidiyoo kanarratti kenname qofa osoo hin taane; barreeffamoota amantoota Waaqeffannaa dhugaa, kanneen ifatti fi sodaa tokko malee ejjennoo isaanii ibsan irraas mul’ata. Waaqeffannaan Waaqa uumaa qofa hordofa; dhugumatti amantiiwwan akka Kiristaanummaa akka mormitoota Waaqeffannaatti kan ilaalaman yoo ta’u, hidhata hiriyummaa xiqqoollee kan hin qooddannedha.

Dhugaa kana yoo ilaalle, namoonni dhuunfaa akka Hayilemikaa’el kanneen tajaajilaa amantii Ortodoksii fi Waaqeffannaa ta’anii tajaajilan; amala carraa akkasii irratti bobba’uu isaanii arguun nama ajaa’ibsiisa. Faallaa himannaa akkasiitiin, Waaqeffannaan amantii Kaatolikii, Ortodoksii ykn Kiristaanummaa Wangeelaa wajjin hariiroo ykn walitti dhufeenya tokkollee hin qabu; hundumaa caalaa, Waaqayyo isa dhugaa Macaafa Qulqulluu isa Kiristoos Yesuusiin mul’ate wajjin gonkumaa walitti dhufeenya hin qabu! Nutis akkuma hordofaan Waaqeffanna jedhetti sirriitti waan Caaffanni Qulqullaa'oon jedhan ni mirkaneessina!

“Namni Gooftaa hin jaalanne kamiyyuu haa abaaramuu; yaa Gooftaa koottu.” (1Qoro. 16:22)

Yoon lubbuudhaan jiraanee fi Waaqayyo Gooftaan fedhe, kitaaba mata duree "Waaqe-stanummaa" jedhuun Amariffaa fi Afaan Oromootiin maxxansa. Keessattu kaayyoon kitaabichaa akkuma bara mootota Roomaa warra ormaa ta'an, amantii Kiristaanummaa waliin walitti makuuf yaalii godhaa turan sana adda baasuun Kiristanummaa addatti addeesina; Waaqefannaniis hiree Kiristanummaa keessaa akka hin qabne sirritti callaqisna. sababni isaas Kiristaanummaan Kiristoos malee hin jiru, Kiristoosiif, kan Kiristoos qofaadha! Ameen!

 

No comments:

Post a Comment